Gabaan jijjiirraa taphattootaa ji'a Amajjii kanaa itti fufeera. Rashford fi Isaak xiyyeeffannaa keessa galaniiru. Naappooliin Rashfordiin gadi hin dhiisu jechaa jira, Aleksaandar Isaak ammoo gara ...
Yeroo waa'een taphataa sarara fuulduraa Niwukasil Aleksaandar Isaak osoo adda hin citin itti fufee jirutti Liiverpuul har'a galgala (Wiixata, Hagayya 25, 2025) gara St James' Park imalee ni falmata.